Results of PACT Program Tender Announcement

Open Tender for Construction of PACT Program Projects

Technical and financial analysis has been conducted, and the requested “No Objections” response has been received.

Accordingly, competing companies whose project analysis results were reviewed in the following manner are hereby informed that if you have any complaints/objections regarding these analysis results, you are notified to submit your complaints within five (5) working days from the date this announcement is issued.



Firii Caalbaasii Sagantaa PACT
Beeksiisu
Caalbaasii ifaa ljaarsa Projeektoota Sagantaa PACT
Xinxalliin teeknikaa fi faayiinansii rawwatame
Yaada Mormii qabachuu (No Objections) itti
Gaafatame deebi’ee Jira.
Haaluma Kanaan Dhabbatni Dorgomtan Firii xinxallii
Projeektoota Kanaa haala duuka deemtuu kanaan
ilaalame jira waan ta’eef, Firii Xinxallii Kana Irratti
Komii Yoo qabatan guyyaa beeksiifni kun bahee
kaase guyyaa hojii shan(5) keessatti Komii kessan
akka dhiheeffatan beeksiifna..

Share the Post:

Related Posts

Powered by Joinchat