Piroojrtiin Finna Dibbee Adaama Godina Boorana bahaa Aana liibanitti kan argamuu xumuramuun uummataf tajaajila kennuu egaleera kana irras ummata fi horiin isaanii tajaajilamuu jalqabeera.