OIPDB Waajjiirri Misooma Jallisii Godina Qellem Wallaggaa raawwii hojiin akka kilaastara dinagdee Godinichaatti adda duree ta’e By Communication July 19, 2023July 19, 2023 0 minutes, 6 seconds Read Share To Social Media Waajjirrii Misooma Jallisii Godinichaa raawwii hojii bara 2015tiin akka kilaasterri Dinagdeetti 1ffaa, Akka seekteraalee Godinichaattimmoo 2ffaa ba’uun abbaa Geebaa ta’eera.
Next Bara kana akka biyyaa fi naannoo oromiyaatti inisheetivii misooma qamadii Jallisii bonaa qabamee galmaan gahuuf malawwan jallisii adda addaatiin lafa heektaara 2.5 oliif bishaan jallisii dhiyeessuuf qophiin taasifamaa jira.
OIPDB Godina Harargee Lixaa Aanaa Mi’essotti Piroojaktiin Jallisii lafa heektara 460 misoomsuu danda’u xumuramee tajaajilaaf qophaa’e. By Communication August 30, 2023August 30, 2023
OIPDB Bara 2016ti Piroojaktoota Jallisii buleeyyii fi Haaraa dabalatee 204 kan hojjatamu ta’u By Communication July 19, 2023July 19, 2023