OIPDB Pirezidaanti Shimallis Abdiisaan jila hooggansa biyyoota Afriikaarraa Itiyoophiyaa dhufe qamadii Iskimii jallisiin fi Paampiin misoomaa jiru daawwachiisan. By admin June 1, 2023June 5, 2023 0 minutes, 8 seconds Read Share To Social Media BMJHO 23/8/2015 Pirezidaantiin Mootummaa Naannoo Oromiyaa Obbo Shimallis Abdiisaa jila hooggansa biyyoota Afriikaarraa Itiyoophiyaa dhufe misooma Iskimii jallisii fi paampidhaan Godina Shawaa Bahaatti Qamadii kilaateraan misoomaa jiru daawwachiisan.
Previous Raawwiin kurmaana 3ffaa gaarii ta’uus hojiilee harca’anii hafan ji’oota itti aanaanitti duguuguun xumuruuf xiyyeeffannoon kan hojjatamu ta’a.
Next Piroojaktootni Finnaa ijaarsi isaanii xumuraman yeroo dhiyootti kan eebbifaman yoo ta’u kanneen ijaarsaa irra jiran ariitiin akka xumuraman hojjatamaa jira
OIPDB The irragation water supply is being provided through various techniques to make the irrigation wheat cultivation successful this year. The department also reviewed the work of the first quarter. By Communication October 10, 2023October 10, 2023