Duudhaa
Duudhaalee Keenya
Galma tarsiimoo mootummaa karaa walitti hidhameefi madaalamuu danda’uun galmaan ga’uuf, caasaaleen Biiroo Misooma Jallisii fi Horsiisee Bulaa sadarkaa garaagaraa jiran hundi duudhaalee fi amantii cimaa qabaachuu qabu.
Kanaafuu, duudhaaleen bu’uuraa armaan gadiitti ibsaman kutaa mootummaa hundumaa keessatti calaqqisuu qabu.
1. Itti Gaafatamummaa
2. Iftoomina
3. Haqummaa
4. Tajaajila Yeroon Kennuu
5. Bu’a Qabeessummaa (Bu’aa irratti Xiyyeeffachuu)
6. Teknooloojii Fayyadamuu
7. Aadaa fi Duudhaa Hawaasaa Kabajuu
8. Hirmaachisummaa (Hammattummaa)
9. Hojii Garee