Hojii misooma jallisii bara 2016 hojjatamu milkeessuuf Ogeessoota Aanaaleef Leenjiin dandeettii cimsuu boru irraa kaasee ni kennama

BMJHBO 18/12/2015 Bara 2016 jallisiin qamadii lafa heektara miliyoona 2.5 irratti misoomsuuf karoorri qabamee hojitti galamuuf adeemaa jira. Hojii kana milkeessuuf dandeettii ogeessoota damee kana irratti hojjatan cimsuun waan barbaachisuuf leenjiin mata Sosochii uummataa dhiyeessa bishaan jallisii bara 2016 Ogeessoota Aanaalee kanneeniif Kilaastara jaha Adaamaa, Shaashamannee,Roobee, Ciroo,Naqamtee fi Jimmatti guyyaa boruu ni kennama. Akkaataa leenjii […]

Godina Harargee Bahaa Aanaa Fadiis piroojaktiin jallisii hojjatamaa jiru yeroo xumuramu rakkoo bishaanii hawaasichi qabu kan furuudha.

18/12/2015 BMJHBO Piroojaktii Jallisii Finna Kufa bobaasaa Aanaa Fadiis hojjatamaa jiru yeroo ammaa 65%irra kan gahe yoo ta’uu piroojaktichi abbaa warraa 340 fayyadamoo kantaasiisu fi lafa heektaara 204 misoomsa. Hidhichi waligala bishaan m3 miliyoona 2.5 kan qabu yoota’u waligala qarshii miliyoona 320.8 hojjatamaa jira. Piroojaktiin kun yeroo xumurametti rakkoo hanqinaa Bishanii Aanicha keessaa jiru ni […]

Godina Harargee Bahaa Aanaa Gooroo Guutuutti inisheetivii bishaan cimmisuutin hanga ammaatti bishaan meetir kuubii 107000 kuusuun akka danda’ame himame

Hagayya 17/2015 BMJHO Akka ragaan waajjira Qonnaa Damee jallisii Aanaa Gooroo Guutuu ibsutti Aanichatti haroo maatii 845 fi haroo hawaasaa 45 jiranin bishaan roobaa fi maddeen gara garaa meetir kuubiin 107000 kuufamee jira. Rakkoo hanqina bishaanii kanaan dura aanicha muudataa ture illee ni fooyyessa jedhame. Qonnaan Bulaan bishaan cimmifate kanaan oomishaalee yeroo gabaabaa keessatti ga’an […]

Godina Harargee Lixaa Aanaa Mi’essotti Piroojaktiin Jallisii lafa heektara 460 misoomsuu danda’u xumuramee tajaajilaaf qophaa’e.

BMJHBO 16 /12/2015 Piroojeektiin jallisii Aanaa Mi’eessoo laga Ciroo hojjatamee kun qarshi miliyoona 57 ttin hojjatame yoommuu ta’u, piroojeektichi lafa heektaara 460 misoomsuu kan danda’u yoo ta’u kanaanis qonnaan bultoota Gandichaa hirkatuummaa rooba jalaa baasun misooma jallisin jiruu fi jireenya isaani jijjiruf shoora guddaa taphachu danda’a jechun Itti gaafatamtuun Waajjira misooma jallisii fi Horsiisee Bulaa […]