OIPDB Godina Harargee Lixaa Aanaa Daaroo Labuutti haroon namoota 500 fayyadamaa taasisu hojjatame By Communication August 1, 2023August 1, 2023 0 minutes, 9 seconds Read Share To Social Media BMJHBO Haroon ganda ijaaraa keessaatti hojjatame kun qabiyyee bishaan meetir kuubii kuma afurii ol kan qabatu yoo ta’u kana irraayis namootni 574 fayyadamoo ta’u. Haroo kana hojjachiisuuf qarshii miliyoona 4.4 ol baasii ta’eera.
Previous Mootummaan Naannoo Oromiyaa jiruufi jireenya hawaasa horsiisee bulaa keenyaa foyyessuuf Imaammatafi tarsiimoo ifa ta’e qabatee socho’aa jira : Kabajamoo Pirezdaantii BMNO Obbo Shimalis Abdiisaa
OIPDB Waajjiirri Misooma Jallisii Godina Qellem Wallaggaa raawwii hojiin akka kilaastara dinagdee Godinichaatti adda duree ta’e By Communication July 19, 2023July 19, 2023
OIPDB The performance report of this year’s OLLRP Program is being reviewed in the presence of senior management of the Department. By admin June 7, 2024June 7, 2024