Godina Harargee Lixaa Aanaa Xuullootti inisheetivii bishaan cimmisuu dhaan bishaan meetir kuubii 68200 kuufamu akka danda’ame ibsame.

Hagayya 15/2015 BMJHO Akka ragaan waajjira Qonna Damee jallisii Aanaa xuulloo ibsutti Aanichatti haroo maatii 396fi haroo hawaasaa 14 jiranin bishaan roobaa fi maddeen gara garaa bishaan meetir kuubiin 68200 kuufamee jira. Aanichatti bishaan lafa jala qotameen baasuun uwwisaa lafa jallisi jiru hunda dabaluuf boollaa gababaa 31 fi eelaa bishaani 27 jiran hundaa hojii inisheetivii […]

Horsiisee Bultoonni Godina Boorana Bahaa horsiisaan cinaatti qonna irratti fuulleeffachuun fayyadamoo ta’aa jirra jedhan.

OBN Hagayya 05, 2015- godinichatti Rooba Arfaasaa baranaan Lafti hektaara Kuma 100 fi kuma 11 midhaan gosa adda addaan misoomuu Waajjirri Qonnaa Godinichaa beeksise. Kana keessaas, harki 60 ol oomisha qamadiin misoome jedhame. Itti gaafatamaan Waajjira Qonnaa Godina Boorana Bahaa Obbo Masqaluu Tulluu akka Godinichaatti qonna arfaasaan lafa hektaara kuma 100 fi kuma 11 irratti […]

Godina Harargee Lixaa Aanaa Xuullootti hojiin bishaan roobaa kuusuu akkuma itti fufeeti jira.

BMJHBO 29/11/2015 Godina Harargee Lixaa Aanaa Xuulloo Araddoota Aanaa hundaa keessaatti hojiin inisheetiviii bishaan cimmisuu haroolee adda addaatti bishaan roobaa kuusuu ballinaan kuufamaa jira. Haroo maatii 396, Haroo ammayyaa 15 fi Haroo hawaasaa 6 fi hidhaa bishaanii gara garaa jiruutti bishaan roobaa meetirkuubiin 65,256 kuufamuu isaa Itti gaafatamtuun Waajjira misooma jallisii fi Horsiisee Bulaa Godina […]

Godina Arsii Lixaa Aanaa Gadab Hasaasaatti Iddoo Piroojaktii Finnaatti Biqiltuun dhaabame

Godina Arsii Lixaa Aanaa Gadab Hasaasaatti daawwannaa Piroojektii Finnaa sababeeffachuun sirni dhaabbii biqiltuu ashaaraa magariisaa gaggeeffamee. Godina Arsii Lixaa Aanaa Gadab Hasaasaatti Jilli itti gaafatamaa waajjira misoomaa jallisiifi Horsiisee bulaa Godina Arsii Lixaa Injiinar Huseen Muhammadiin durfamu daawwannaa Piroojektii finnaa sababeeffachuun sirna dhaabbii biqiltuu ashaara magariisa Hojjata Waajjira misoomaa jallisii Godina Arsii Lixaatiin dhaabaniiru. Sirni […]

Karoora hojii bara 2016 galmaan gahuuf hunduu of qopheessuu akka qabu dhaamame

BMJHBO 27/11/2015 Mootummaan bara 2016 keessaatti kallattii addaan karoorfamee hojjatamuu akka qabu kallatuma kaa’een Biiroon Misooma jallisii fi Horsiisee Bulaa Oromiyaa Karoora isaa baafatee caasaa fi hojjattoota isaa waliin irratti mari’ateera. Bu’uuruma kanaan karoora dhuunfaa hanga mana hojitti qophaa’ee galmaan gahuuf miira waliin hojjachuutiin qophaa’uun barbaachisaa akka ta’e marii manajimantii mana hojichaatiin kallattiin kaa’eera.