OIPDB Pirezidaanti Shimallis Abdiisaan jila hooggansa biyyoota Afriikaarraa Itiyoophiyaa dhufe qamadii Iskimii jallisiin fi Paampiin misoomaa jiru daawwachiisan. By admin June 1, 2023June 5, 2023 0 minutes, 8 seconds Read Share To Social Media BMJHO 23/8/2015 Pirezidaantiin Mootummaa Naannoo Oromiyaa Obbo Shimallis Abdiisaa jila hooggansa biyyoota Afriikaarraa Itiyoophiyaa dhufe misooma Iskimii jallisii fi paampidhaan Godina Shawaa Bahaatti Qamadii kilaateraan misoomaa jiru daawwachiisan.
Previous Raawwiin kurmaana 3ffaa gaarii ta’uus hojiilee harca’anii hafan ji’oota itti aanaanitti duguuguun xumuruuf xiyyeeffannoon kan hojjatamu ta’a.
Next Piroojaktootni Finnaa ijaarsi isaanii xumuraman yeroo dhiyootti kan eebbifaman yoo ta’u kanneen ijaarsaa irra jiran ariitiin akka xumuraman hojjatamaa jira
OIPDB Hoggantootni fi hojjattootni Biiroo Misooma jallisii fi horsiisee bulaa Oromiyaa dirree Ashaara Magaariisaatti! By Communication July 19, 2023July 19, 2023
OIPDB Biiroo Misooma Jallisii fi Horsiisee Bulaa Oromiyaa marii raawwataa qopheessuu suuran By Communication August 1, 2023August 1, 2023