OIPDB Waajjiirri Misooma Jallisii Godina Qellem Wallaggaa raawwii hojiin akka kilaastara dinagdee Godinichaatti adda duree ta’e By Communication July 19, 2023July 19, 2023 0 minutes, 6 seconds Read Share To Social Media Waajjirrii Misooma Jallisii Godinichaa raawwii hojii bara 2015tiin akka kilaasterri Dinagdeetti 1ffaa, Akka seekteraalee Godinichaattimmoo 2ffaa ba’uun abbaa Geebaa ta’eera.
Next Bara kana akka biyyaa fi naannoo oromiyaatti inisheetivii misooma qamadii Jallisii bonaa qabamee galmaan gahuuf malawwan jallisii adda addaatiin lafa heektaara 2.5 oliif bishaan jallisii dhiyeessuuf qophiin taasifamaa jira.
OIPDB Hoggantootni fi hojjattootni Biiroo Misooma jallisii fi horsiisee bulaa Oromiyaa dirree Ashaara Magaariisaatti! By Communication July 19, 2023July 19, 2023
OIPDB Karoora hojii bara 2016 galmaan gahuuf hunduu of qopheessuu akka qabu dhaamame By Communication August 10, 2023August 10, 2023