OIPDB Godina Qellem Wallaggaa Aanaa Sayyootti Piroojaktiin lafa heektara 101 misoomsuu danda’uu xumuramee eebbifame. By Communication July 3, 2023July 3, 2023 0 minutes, 9 seconds Read Share To Social Media Pirojaktiin Jallisii Ammayyaa meexii 2ffàa kun Qarshii miliyoona 9 oliin lafa hek 101 misoomsuu akka danda’uu fi kana irraa Abba warraa 428 fayyadamaa taasisuuf hojjatamaa ture xumuramee jila bulchaa Godinichaatiin durfamuun eebbifameera.
Previous Jilli Itti Gaafatamaa Ijaarsa paartii Badhaadhinaa damee Oromiyaa Obbo Namarraa Buliin durfamu Godina Booranaa Aanaa Miyootti piroojaktii finna Qarsaa yaa’i qarshii miliyoona 101 oln hojjatamee eebbise.
Next Godina Booranaa Aanaa Eelwayyeetti misoomni margaa Jila itti aanaa Pireezidantii Mootummaa Naannoo Oromiyaa Obbo Awwaluu Abdiin durfamuun daawwatame
OIPDB There are more than 100,000 hectares of irrigated wheat in Bunnoo Beddeelle district. By admin November 16, 2023November 16, 2023
OIPDB Piroojaktiin Jallisii lafa heektara 429 misoomsuun abbaa warraa kuma 10 ol fayyadamaa taasisu Godina Arsii Lixaa Aanaa Gadab Hasaasaatti hojjatamaa sadarkaan irra jiru daawwatame. By Communication June 19, 2023June 19, 2023